Adda Bilisummaa Oromoo
Dhaaba siyaasaa Oromoo / From Wikipedia, the free encyclopedia
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) ( Afaan Ingiliish: Oromo Liberation Font; 1967 kan hundeeffame) dhaaba siyaasaa Oromoo gurguddaa keessaa tokko kan ta'ee fi kan duraati.