Baha Afrikaa
From Wikipedia, the free encyclopedia
Baha Afrikaatti biyyoonni argman lakkoofsaan kudhan. Isaanis Keeniyaa, Taanzaaniyaa, Yugaandaa, Ruwaandaa, Buruundii, Somaaliyaa, Jibuutii, Itoophiyaa, Ertiraa fi Sudaaniidha. Baha Afrikaa keessaa naannoo Gaafa Afrikaa kan daangeessan Keeniyaa fi Sudaaniidha.