Keemistirii keessatti alkooliin ykn Farshoon dhaalamoota haaydirookaarboonii garee haayidirooksaayilii "OH" karboonii sp^3 diqaalometti hidhamee argamu dha. Alkoolonnin akka waan haayidroojiniin bishaanii garee orgaanikii biroon bakka bu'eetti ilaaluun ni danda'ama. Fkn: mitaanoolii (CH3OH), itaanoolii (CH3CH2OH) fi kkf.

Thumb
Moodeela kubbaa fi ulee molakiyuulii alkoolii (  ) jedhamuun beekama. Kubbaan diimaa fi adiin garee haayidirooksii (  ) jedhamuun beekama. "R"n sadan bakka bu'oota kaarboonii ykn atoomota haayidiroojiinii agarsiisu.
Thumb
Kofoon hidhoo garee haayidirooksii gidduu jiru ( .  ) fi sansalata atoomota kaarboonii (R) kan lamaan kophaa lama atoomii oksijiinii irratti qaban

Wikiwand in your browser!

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.

Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.