Lafjoo Sirna biiftuun Alaa
From Wikipedia, the free encyclopedia
Bakkaalleen Sirna biiftuun alaa ykn Lafjooleen Sirna biiftuun alaa Bakkaallee Sirna Aduutiin ala jirtudha. muraasni, haalotafiizikaalaa barbaachisoo(hammaafi ifaqulqulluu urjiileeirraa, Hoo'ina, qabiyyee qileensa marsaa) jireenya walxaxaa keemistirii orgaanikii fi tarii guddina jireeny-aaf (jireenyadachee irraakan baay’eeaddata’uudanda’u) qabaachuu malu.