TaattooFrom Wikipedia, the free encyclopedia Taattoon ykn chaartiin fakkii deetaa gabaabsee haala salphaatti hubatamuu danda’uun dhiyeessudha. Yeroo baayyee chaartiiwwan walitti dhufeenya gama adda addaa deetaa salphaatti hubachuuf gargaaru. Daataa raw caalaa chaartii dubbisuun salphaadha. Taattoo Deloo
Taattoon ykn chaartiin fakkii deetaa gabaabsee haala salphaatti hubatamuu danda’uun dhiyeessudha. Yeroo baayyee chaartiiwwan walitti dhufeenya gama adda addaa deetaa salphaatti hubachuuf gargaaru. Daataa raw caalaa chaartii dubbisuun salphaadha. Taattoo Deloo