Baakteeriyaa

From Wikipedia, the free encyclopedia

Baakteeriyaa
Remove ads

Baakteeriyaan maaykirooorgaanizimoota(Lubbuqabeeyyii xixxiqqoo) pirookaariyootii(wirmaat-soboo) ti. Isaanis niwukilasii fi seelii biroo meembraaniin(hagguggee lubbiyyootiin) marfaman waan hin qabneef Archaea wajjin wal fakkaatu. Baakteeriyaan hundi, gosoota baay’ee muraasa baay’ee hin argamne kan akka Tiomargarita namibiensis, irraa kan hafe, Lubbuqabeeyyii xixiqqoo maaykirooskooppii(fullee guddiftuu) malee mul’achuu hin dandeenyedha. [1]

Thumb
Baakteeriyaa maaykirooskooppii(Fullee guddiiftuu) elektirooniitiin mul’atu
Remove ads

ilaaluu

Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Remove ads