Dagaa
From Wikipedia, the free encyclopedia
Remove ads
Oromoo Dagaan hidda Afran Qalloo keessaa tokko yoo tahu gosoota Huumee, Noolee fi Jaarsoo of keessaa qaba. Huumeen kan Laga Laaftoo fi Faafam gidduu jiraatu. Magaalan guddoon isaani Gursumi. Nooleen kan baha Dirree Dhawaa fi kaaba Harar jiraatu. Jaarsoon kan fiixa kaaba-bahaa Oromiyaa keessa jiraatu.
Wabii
Wikiwand - on
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Remove ads