Mootummaa Gommaa

Kaaba Itoophiyaa amma keessatti mooti durii From Wikipedia, the free encyclopedia

Remove ads

Mootummaan Gommaa mootummoota naannoo Gibeetti hundeeffaman keessaa tokko yoo ta'u kan hundeeffames jaarraa 18ffaatti. Teesson Mootummaa Gommaa Aggaaroo ture.

Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Remove ads