Oromoo Baabbilee
Gosa Oromoo Afran Qalloo From Wikipedia, the free encyclopedia
Remove ads
Oromoo Baabbilee kan Naannawa Hararii f Dangaa Naannoo Soomaalee Qarqara Jiraatuudha. Gosoonni beekkamoon Anaa fi Naannawa kana jiraatan gosa Hawiya (Somali) fi Maaya.
Aanaa baabbilee kibbaa fi bahaan naannoo somaaleetiin dangeeffamtii dhihaanis fadis kaabaaniis immoo gursumiin daangeeffamtii baabbileen naannoo oromiyaa taatee magalaa naannoo lama giddutti argamtuudha naannoo Harariiti fi naannoo Soomalee.
Akka bara 2007 lakkoofsii ummata Baabbilee 93,708(kuma sagaltamii sadihii fi dhibba torbaa fi saddeeti) kana kessa dhiira 47,178 fi dhalaa 46,530 dha lakkoofsa ummataa kana kessaa 17,712 ykn 18.9% magaalaa kessa jiraatan. Ummata kana kessaa dhibbantaan 95.71% muslima dhibbantaan 3.4 immoo kiristaana.
Akka afaan jalqabaatii afaan magaala tana kessatti dubbatamuu afaan oromiffaati(84.97%) itti aanee afaan soomaliiti(9.76) kaan immoo afaan amaariffaati(4.58%) kan hafan immoo (0.69%) dha
Remove ads
Wikiwand - on
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Remove ads