Wallagga Bahaa
From Wikipedia, the free encyclopedia
Remove ads
Godinni Wallagga Bahaa Godinaalee Lixa Oromiyaatti argaman keessa ishee tokko. godinaalee fi naannoolee adda addaa tiin kan daangeffamtu ta’ee Godinichi bahaan Godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa fi Lixa Shawaatiin, Lixaan Godinaalee Wallagga Lixaa, Iluu Abbaa Booraa fi naannoo Beenishaangul Gumuziin, Kaabaan Godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa fi Naannoo Amaaraatiin, Kibbaan Godinaalee Iluu Abbaa Booraa fi Jimmaatiin daangeffamti.
Remove ads
Notes
Wikiwand - on
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Remove ads