Aadaa Oromoo
From Wikipedia, the free encyclopedia
Remove ads
Aartii Oromoo
- Kanas ilaali: Aartii Oromoo
Aartiin Oromoo bara durii kaasee kan ummatni Oromoo ittin jiraatee fi afaaniin yookaan afoolaan daddarbaa dhufee dha. Oromoon saba jireenyasaa aartiin wal simsiisee jiraatudha. Aartii muuziqaa, aartii walaloo, aartii bobbocaafi aartii argaati. Qarooma sirna Gadaa irraa kaasee, meeshaalee Aadaa Oromoon itti fayyadaman hedduun isaa kanneen aartiidhaan bocamanidha. Sirboota garaagaraatti maqaa baasuudhaa, Mararoo, Geerarsa, Mirriga jechuun aartii walaloo guddaa saba qabudha.
Amantin oromoo Waaqayyoon waaqeffachuudha akkuma beekamu macaafa qulqulluuu kakuu moofaa keessaa kan jiru waliin walfaakkata haalli waaqeffanna oromoon Waaqayyoon kadhatu haa ta'u malee amma kakuun haaraan iyyasus qabate dhufeera iyyasus ummaata oromoo qofaaf utuu hintaane guutummaa addunyaatiif jireenya qabate dhufee kanaaf hundumti keenya iyyasusiin amanachuun dirqama. Waaqayyoo ilmaa isa tokkicha nuuf aarsaa godheera kanaafis nu jaalate iyyasus Waaqayyoo keessa jira Waaqayyoos iyyasus keessa jira kanaaf isaan tokko.[Iyyasus 1]
Namni iyyasus amane jireenya bara baraa argata kan hin amanne itti faradama.
Barreessan 👇
https://www.tiktok.com/@tera.f.melka?_r=1&_d=e50lce1e41b84l&sec_uid=MS4wLjABAAAAM-fXJWk2S_0AGELROH0zu6L4vgZolJ3u-r96UcURZe6x-4LPM3CxVDOErhsI0ety&share_author_id=7468331594417669125&sharer_language=en&source=h5_m&u_code=eii50k3jd622d6×tamp=1757955689&user_id=7468331594417669125&sec_user_id=MS4wLjABAAAAM-fXJWk2S_0AGELROH0zu6L4vgZolJ3u-r96UcURZe6x-4LPM3CxVDOErhsI0ety&item_author_type=1&utm_source=copy&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7549894259076237062&share_link_id=dc433ed2-5882-4e82-abf1-bea88dbc9a84&share_app_id=1233&ugbiz_name=ACCOUNT&social_share_type=5&enable_checksum=1
Remove ads
Fiilmii Oromoo
daandii walmaraa
Tiyaatira Oromoo
Nyaata aadaa Oromoo
- Kanas ilaali: Nyaata aadaa Oromoo
Nyaatni aadaa Oromoo nyaata ummata Oromoo biratti beekkama ta'ee kan dhaloota keessa darba dhufe. Nyaatni aadaa ayyana, cidha, qophii fi yeroo adda addaa irratti ni dhiyaata. Nyaanni akka marqaa, ittoo fi qorii Oromiyaa maratti beekkamus, kan naannoo garii qofa keessa beekkamus jira.
Wabii
Aadaa Oromoo |
Aartii - Afaan |
- Wabiin koo gooftaa iyyasus
Remove ads
Wikiwand - on
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Remove ads