Abbush Zallaqaa

From Wikipedia, the free encyclopedia

Remove ads

Abbush Zallaqaa weellisaa Oromoo kan sirba aadaa fi ammayyaa sirbuun beekkamu dha. Abbush kan dhalataa godina Booranaa keessati yoo ta'u kan guddata immoo magaala Finfinneetti maati guddifachaan isa fudhate biratti. Sirbaa Oromoo Booranaa fi Oromoo Gujii sirbuudhaan inni kan beekkamu.

Wabii

Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Remove ads