Asallaa

From Wikipedia, the free encyclopedia

Remove ads

Asallaan naannoo Oromiyaa keessa kan aargamtu yoo taatu magaalaa guddoo godina Arsiiti. Asallaan magaalaa guddoo Oromiyaa tan taate Finfinnee irraa kilomeetira 175, Adaamaa irraa ammo kilomeetira 76 gama kibbaatiin fagaattee argamti.

Barreeffamni kun sirreeffamuu fi gulaalamuu qaba.
Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Remove ads