Noonnoo
Aanaa Oromiyaa keessaa From Wikipedia, the free encyclopedia
Remove ads
Aanaan Noonnoo aanolee naannoo Oromiyaa keessaa tokko yoo ta'u Godina Shawaa Dhihaa keessatti argama. Maqaan aanaa kanaa kan dhufee maqaa gosa Oromoo Maccaa kan naannoo sana jiraatu kan Noonnoo jedhamu irraayi. Aanan Noonnoo karaa kibba-lixaa Laga Gibeetin (kan Godina Jimmaatin addaan baasu), karaa kaab-lixaa aanaa Daannotiin, karaa kaabaa aanaa Calliyaatin, karaa kaaba-bhaa aanaa Xuqur Incinniitiin, karaa bahaa Godina Shawaa Kibba Lixaatin, fi karaa kibba-bahaa Mootummaa Naannoo Kibbaatin daangeffamee argama.
Remove ads
Wabii
Aanolee Shawaa Dhihaa | |
Aanaa Ambo | Abuunaa Gindabarat | Ada’aa Bargaa | Baakkoo Tibbee | Calliya | Daannoo | Dandii | Ejeree | Gindabarat | Ilfata | Jaldu | Jibaat | Magaalaa Amboo | Meettaa Roobii | Midaa Qanyi | Noonnoo | Tokkee Kuuttaayee | Xuqur Incinnii |
Wikiwand - on
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Remove ads