Chaayinaa
From Wikipedia, the free encyclopedia
Remove ads
Chaayinaan, maqaa guutuu Riippabiliika Ummataa Chaayina(Chaayiniffa:中华人民共和国) jedhamuun waammamti, biyya Eshiyaa bahaatti argamtu. Chaayinaan biyya baayyina uummataatin addunyaarraa tokkoffaarra jirtu yoo taatu baayyinni uummata ishees biliyoona 1.35 ol ta'a. Magaalaan guddoon Chaayinaa Beejiingi. Chaayinaan kutaa bulchiinsaa 22, naannolee ofiin of bulchan 5, bulchiinsa magaalaa 4 (Beejiingi, Tiyaanjiin, Shaangaayi, fi Choonkiing), fi naannolee addaa kan ofiin of bulchan 2 (Hoongi Koongi fi Makkaa'uu) qabdi. Dabalataanis Chaayinaan Taayiwaan kutaa bulchiinsaa 23ffaa akka taatetti kan dhiyeessitu yoo ta'u Taayiwaan garuu akka biyya tokkootti of ilaalun ofiin of bulchaa jirti
Eshiyaa | |||
Kaazaakistaan • Kirgistaan • Uzbeekistaan • Taajaakistaan • Tarkimeenistaan |
Kooriyaa Kaabaa • Kooriyaa Kibbaa • Jaappaan • Mongooliyaa • Chaayinaa | ||
Armeeniyaa • Azarbaajan • Baahireen • Ji'oorjiyaa • Iraan • Iraaq • Isiraa'el • Joordaan • Kuweet • Libaanon • Omaan • Kaataar • Sa'ud Arabiyaa • Siiriyaa • Tarkii • Yaman • Yunaayitid Arab Imireetis |
Birunaay • Tiimor Bahaa • Filiippiinsi • Indoneeshiyaa • Kamboodiyaa • Laa'os • Maleeshiyaa • Maaynamaar • Singaappoor • Taayilaand • Veetinaam | ||
Afgaanistaan • Baangilaadish • Buutan • Indiyaa • Maaldivsi • Neeppaal • Paakistaan • Sirii Laankaa |
Eshiyaa Kaabaa |
Remove ads
Wikiwand - on
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Remove ads