Raashiyaa

From Wikipedia, the free encyclopedia

Raashiyaa
Remove ads
Fuulli kun taatee yeroo ammaa kanaan walqabatee ta'uu danda'a: 2022 weerara Raashiyaa Yukireen irratti raawwatte. Odeeffannoon saffisaan jijjiiramuu danda'a.
English
Odeeffannoo dabalataa Российская Федерация (Raashiyiffi)Rossiyskaya FederatsiyaFedereeshinii Raashiyaa (Oromoo) ...

Raashiyaan (Afaan Raashiyaatin: Россия), maqaa Raashiyaan Federeeshin jedhamun beekamti, biyya kaaba Yureeshiyaa kessatti argamtu. Raashiyaan sirna bulchiinsaa federaalawaatin kan ijaaramte yoo ta'u mootummaa pirezidaanttin hogganamuun bulti. Raashiyaan kutaawwan bulchiinsaa 83 of keessaa qabdi. Ballina lafaatin, Raashiyaan biyyaa guddaa yoo taatu, karaa kaaba-dhihaatii kaasee hanga kibba-bahaatti biyyoota akka Noorwey, Fiinlaandi, Istooniyaa, Laativiyaa, Lituheeniyaa fi Poolaandi, Beelaarus, Yuukireen, Ji'oorjiyaa, Azarbaajan, Kaazaakistaan, Chaayinaa, Mongooliyaa, fi Kooriyaa Kaabaatin daangeffamtee argamti. Galaanarraan ammoo Jaappaan wajjin karaa Galaana Okotisk, fi USA wajjin karaa bulchiinsa Alaaskaatin daangaa waliin qabdi. Biyyoota addunyaa keessaa, ballina lafaatin, Raashiyaan tokkoffaa yoo taatu, ballini ishiis iskuweer km 17,075, 400 (6,592,800 sq mi) ta'a. Kunis ballina lafaa (earth) kan namni irra jiraatu keessaa harka saddeet keessa harka tokko ta'a. Baayyina uummataatinis, bara 2012tti uummata miliyoona 143 qabaachudhaan, Raashiyaan addunyaarraa sadarkaa 9ffaa qabatte jirti. Ballina lafa Eeshiyaa gara kaabaa hunda dhuunfachuun, Raashiyaan lafaa fi qilleensa gosa adda addaa qabdu yoo ta'u taayim zoonii (time zone) 9 ballata. Raashiyaa addunyaarraa kuusaa albuuuda(mineral) fi humna (enregy resource) isa guddaa kan qabdu yoo ta'u oomisha boba'aa (oil) fi gaazii uummamaatin(natural gas) biyyaa olaantumaa qabdudha. Akkasumas bosona guddaa addunyaarraa qabachun ni beekkamti. Haroowwan Raashiyaa keessa jiran, bishaan sogidaawaa hin ta'in addunyaan qabdu keessaa harka afur keessaa harka tokko yoo ta'u Haroon Baayikaal qofti 20% qabata.

Thumb
Gosa daandii waliigalaa Raashiyaa fi biyyoota duraanii hedduu qaama Impaayera Raashiyaa fi Gamtaa Sooviyeet uumuun sababa bu’uuraalee misoomaa gaarii hin taane jaarraa hedduuf ture

Seenaan Raashiyaa kan eegalu seenaa gosa Islaav Bahaa kan Yuurooppi Bahaa keessatti jaarraa 3ffaa fi 8ffaa giddutti mul'ate wajjin wal qabata. Mootummaan Ruus kan uummamte naannoo jaarra 9ffaa keessa dursaa waraanaa kan Varaanjiyaan fi sanyii isaatin. Bara 988 warri Ruus amantii Ortodoksii mootummaa Beezaantaayin irraa kan fudhatan yoo ta'u kunis aadaa warra Beezaantaayin fi kan Raashiyaa waltti akka makamu gochudhaan barkumee(millenium) dhuftuuf aadaan Raashiyaa ittiin beekkamtu akka uummamu godhe. Dhummarratti Ruus mootummaa xixiqqootti kan diigamte yoo ta'u lafti Ruus ballaan warra Mongoliin qabamee gabbaraa warra horsiisee bulaa Golden Horde ta'an. Boodarra suuta suutan Bulchaan Mooskoo inni Guddaan (Grand Duchy of Moscow) mootummoota xixiqqoo Raashiya naannoo tokko jiran walitti qabee Goolden Horde(Golden Horde) jalaa bilisa baase. Dhuma jaarraa 18ffaatti, biyyittiin karaa waraanatiin, karaa abuurutiinis baballattee Impaayera Raashiyaa ta'e, kunis seenaa keessatti Impaayera guddicha guddicha isa sadaffaa, kan Poolaandi Yuurooppii amma Alaaskaa Ameerikaatti ballatu ta'e.

Warraaqsa Raashiyaatti aansudhaan, Rippabiliika Federaalawaa Sooshaalistii Soovieyeeti Raashiyaa bulchiinsaa Tokkummaa Sooviyeet keessatti kutaa olaana kan qabdu taate. Tokkummaan Soovieyeet addunyaarra biyya Sooshaalistii hordoftu kan jalqaba fi biyyaa humna guddaa qabdu(superpower) yoo taatu Waraana Addunyaa II warri Allied Forces akka moo'atan gochuu keessatti ga'ee guddaa baate. Barri Sooviyeet jaarraa 20ffaa keessatti guddina teeknooloojii olaanaa kan fide yoo ta'u kana keessa tokko namni yeroo jalqabaaf lafa gadhiisee waaqati ol ba'uun (human space flight) tokko yoo ta'u kan biraa ammoo saatelaayitii waqarra ka'un. Federeeshiniin Raashiyaa diiggama Tokkummaa Sooviyeet kan bara 1991 booda bakka bu'utuu Sooviyeet taate.

Thumb
Abbootiin Gadaa Raashiyaa garboota garbaa walitti gurguru

Diinagdeen Raashiyaa addunyaarraa GDPn sadarkaa 9ffaarra yoo jiraatu, humna bituutin ammoo sadarkaa 6ffaa fi baasii humna waraanatiin sadrkaa 3ffaa qaba. Diinagdeen Raashiyaa addunyaarraa diinagdee baayyee saffisaan guddachaa jiran keessaa tokko. Biyyota addunyaarraa humna Niwukilerii ifatti qabaachun beekkaman shan keessaa Raashiyaan tokko wayita taatu kuusaa meeshaawwan jamaa balleessan (weapons of mass destruction) guddaas ni qabdi. Raashiyaan biyya humna guddaa qabdu yoo taatu miseensa dhaabbataa Kaawonsilii Nageenyaa Motummoota Gamtoomanii, miseensa garee G8, G20, Kaawonsilii Yuurooppi, Waliigaltee Diinagdee Eeshiyaa Paasifiik, Dhaabbata Walgargarsa Shaangaayi, Gamtaa Diinagdee Yureeshiyaa, Dhaabbata Nageenyaa fi Walgargaarsaa Yuurooppi, Dhaabbata Daladala Addunyaa, fi dura buutuu Tokkummaa Mootummoota Of danda'aniiti.

Thumb
Kaartaa kaampii hidhaa gulag kan bara abbaa irree stalin turee fi namoonni miliyoona 20 kan keessa darban

Warraaqsa Raashiyaatti aanudhaan, Rippabiliika Federaalawaa Sooshaalistii Soovieyeeti Raashiyaa bulchiinsaa Tokkummaa Sooviyeet keessatti kutaa olaana kan qabdu taate. Tokkummaan Soovieyeet addunyaarra biyya Sooshaalistii hordoftu kan jalqaba fi biyyaa humna guddaa qabdu(superpower) yoo taatu Waraana Addunyaa II warri Allied Forces akka moo'atan gochuu keessatti ga'ee guddaa baate. Barri Sooviyeet jaarraa 20ffaa keessatti guddina teeknooloojii olaanaa kan fide yoo ta'u kana keessa tokko namni yeroo jalqabaaf lafa gadhiisee waaqati ol ba'uun (human space flight) tokko yoo ta'u kan biraa ammoo saatelaayitii waqarra ka'un. Federeeshiniin Raashiyaa diiggama Tokkummaa Sooviyeet kan bara 1991 booda bakka bu'utuu Sooviyeet taate.

Diinagdeen Raashiyaa addunyaarraa GDPn sadarkaa 9ffaarra yoo jiraatu, humna bituutin ammoo sadarkaa 6ffaa fi baasii humna waraanatiin sadrkaa 3ffaa qaba. Diinagdeen Raashiyaa addunyaarraa diinagdee baayyee saffisaan guddachaa jiran keessaa tokko. Biyyota addunyaarraa humna Niwukilerii ifatti qabaachun beekkaman shan keessaa Raashiyaan tokko wayita taatu kuusaa meeshaawwan jamaa balleessan (weapons of mass destruction) guddaas ni qabdi. Raashiyaan biyya humna guddaa qabdu yoo taatu miseensa dhaabbataa Kaawonsilii Nageenyaa Motummoota Gamtoomanii, miseensa garee G8, G20, Kaawonsilii Yuurooppi, Waliigaltee Diinagdee Eeshiyaa Paasifiik, Dhaabbata Walgargarsa Shaangaayi, Gamtaa Diinagdee Yureeshiyaa, Dhaabbata Nageenyaa fi Walgargaarsaa Yuurooppi, Dhaabbata Daladala Addunyaa, fi dura buutuu Tokkummaa Mootummoota Of danda'aniiti. Raashiyaan namoota saalqunnamtii saala walfakkaataa raawwatan dabalatee yeroo hunda mirga namoomaa sarbiti.

Thumb
Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin bara 1999 irraa eegalee aangoo irra turan.
Thumb
Teeknooloojiin Raashiyaa qubee z jedhamuun mallatteeffameera
Thumb
Ijoolleen Yukireen boombii Raashiyaan dhoohe jalaa dhokachaa jiru

Abidii 21ffaa keessatti, Raashiyaa waraana gurguddaa Joorgiyaa sanatti bara 2008 fi Yuukireen irratti bara 2014 hanga ammaatti jalqabsiise, kunis bara 2022 keessa waraana haaraa ta’e, bara 1945 keessaa kaasee waraana Yuurooppi keessatti guddaa ta’e. Warra Yukireen qabamanii jiran kanneen miidhaa hamaa irra gahamaa jiranis ta’ee, gochaan uummata Yukireen irratti raawwataman, kanneen mootummaa Raashiyaa dura dhaabbatan irratti, akkasumas gochaalee hamaa uummata nagaa Yukireen irratti raawwataman, kanneen dhiiga uummataa dhangalaasanii, magaalaa Maariyupool kanneen gurguddaa Yukireen keessatti argaman barbadeessan, akkasumas “kampii filannoo” jedhaman uumamanii, ergasii uummatni Yukireen miidhaa fi roorroo adda addaatiin qabamanii jiran. Bara 2024, Muddee 8, ajaja Putiniin waraanni Raashiyaa magaalaa guddittii Yukireen irratti qawwee guddittii roobsanii, hospitaala dhiiga uummataa keessatti guddittii Yukireen keessatti argamu barbadeessan. Gochaan waraana Raashiyaan Yukireen keessatti raawwatame, kanneen Joorgiyaa fi Chechnyaa keessatti dura raawwataman waliin walfakkaata, garuu Yukireen biyya Yuurooppi keessatti guddittii waan taateef, gochaan isaanii hanga dhibbaattii guddate. Putin filannoo preezidaantii sobaan jiraachise, akkasumas Tajaajila Nagaa Federaalaa tajaajiluun warra isaa siyaasa irratti dura dhaabbatan balleessuuf yaale. Warra gochaan isaa balleessaman keessaa: Aleksaander Litvineenko (bara 2006 ajjeefame), kan preezidaantii Russia dura, tajaajila TNF keessatti hojjetu turre, innis mannee jireenya Russia keessatti bobaasuu fi kana “gochaan Chechnyaa” jedhamee uummataaf himame, kanaafis waraanni Chechnyaa irratti bara 1994-1996 fi 1999-2009 keessatti jalqabame. Boris Nemtsov (bara 2015 ajjeefame), kan waraana Russia Yukireen irratti raawwachuu dura dhaabbate, preezidaanti Yukireen yeroo san “patriot Russia fi jaalallee Yukireen” jedhee waame.

Thumb
Hogganaan paartii mormituu Raashiyaa Aleekseii Naavaalnii ajaja dhuunfaa Puutiin ajjeefame.

Alekseii Navaalnii (bara 2024 du’e) fi miseensota qunnamtii isaa, kanneen gochaan korrupshinii fi waraana Russia biyyoota biraa keessatti raawwataman saaxilan. Kana malees, dubartii Yukireen Irin Navaalna, kanneen lafa Russia qabatanii jiran irratti, maqaan ishee Navaalna qofaaf bara 8 hidhaatti adabaman. Qophistiin dhalachuu Russia Daasha Skochilenko hoji ishee irraa kaafamtee fi gochaan waraana dura dhaabbatuu Yukireen deeggartuuf qabamee hidhatti galte. Akkasumas, dargaggoota lamaan mana barnoota sadarkaa sadarkaa keessatti argaman, barataa fi barattoota waraana dura dhaabbatuun waan dubbatanif mootummaaf saaxilamanii hidhatti galan. Walumaagalatti, yeroo Putin bulchuu, dargaggoota dhibba hedduu Russia keessatti sababa siyaasaa fi Yukireen deeggartuuf hidhatti galan. Maashaa Moskaaleva, dargaggittii waraana dura dhaabbatuu fi nagaa fi walitti makamuu Yukireen deeggartuuf qabamee, abbaan ishee miidhaa fi roorroo irra gahee bara 2 hidhaatti adabame [1][2][3][4][5][6] [7][8][9] [10] [11] [12].

Lideroota Rasha oppozishinnii hedduun, keessumaa kanneen beekamoo ta’an Boris Nemtsov fi Aleksey Navalniy, Putin humnaan qabeenya mootummaa hedduu saaman jedhanii itti himan. Qorannoon tokkichas gara Rasha keessatti xiinxala “palace Putin” irratti tokkolleen miliyoona 100 ol argachuu danda’e. Seeraan ala qabeenya dhoksaa fi korrupshinii Putin fi warra isaa waliin raawwatan irraa, tajaajilli fayyaa Rasha keessatti gara gobanaa ta’e, bara 2010 keessatti ummata Rasha dhibba hedduun waggaa waggaa magaalota sadarkaa naannoo irraa alatti dhihaata, daa’imman hedduun qorichoota gadi fagoo ta’an irraa lubbuun isaanii darbe. Yeroo Putin bulchaa ture, nama baay’ee sababaa tokko jechaan mitimediata sooshiyaalaa irratti barreessuuf hidhaatti darban, keessumaa jechaan yoo bulchiinsa jijjiiruu ykn waraana Ukraine irratti raawwatamu dhaabu gaafatu ta’e. Kun ummata Rasha gara jireenya cufaa fi addunyaa irraa addaan fagaatu gochuun, akkasumas fayyaan sammuu ummata Rasha miliyoona hedduu keessatti ni gadi bu’e. Mootummaan Putin mitimediata fayyadamuun Ukraine, Europe fi America, akkasumas ummata isaa ke Valsii irratti jijjiga, kanaaf dhiisuun kultii USSR fi Stalin, kanneen bara 1932–1933 abaaratti fi dhiitaa hamaa irratti itti gaafatamtoota ta’an, deebiin gara Rasha keessatti mul’atu. Mitimediata Rasha keessatti kanneen hedduun mootummaan bulfamanii jiru, mitimediata walaba ta’e ammoo seeraan ala ta’uun kanneen “ajentii alaa” jedhamanii moggaafaman [13] [14].


Yuurooppi
Aayerlaandi | Aayislaandi | Albeeniyaa | Andooraa | Armeeniyaa | Beelaarus | Beeljiyeem | Boosniyaa fi Herzegoviinaa | Bulgeeriyaa | Cheekiyaa | Deenmaark | Fiinlaandi | Firaansi | Giriik | Hangaarii | Islovaakiyaa | Isloveeniyaa | Ispeen | Istooniyaa | Iswiidin | Jarmanii | Ji'oorjiyaa | Kirooshiyaa | Kosoovoo | Laativiyaa | Laaksembargi | Liikteenistaayin | Lituheeniyaa | Maqedooniyaa | Moldoovaa | Monaakoo | Mooltaa | Moonteneegroo | Neezerlaandi | Noorwey | Oostiriyaa | Poolaandi | Poorchugaal | Raashiyaa | Romaaniyaa | Saan Maariinoo | Saayippires | Sarbiyaa | Siwiizerlaandi | Tarkii | Vaatikaan | Xaaliyaanii | Yunaayitid Kingidem | Yuukireen
  1. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  2. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  3. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  4. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  5. Template:Книга
Remove ads
Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Remove ads