Naannoo Affaar

From Wikipedia, the free encyclopedia

Naannoo Affaar
Remove ads

Mootummaa Naannoo Affaar mootummoota naannoo kan Itoophiyaa salgan keessa tokko. Mootummaan Naannoo Affaar iddoo jireenyaa ummata Affaari. Magaalaa guddoon naannoo kanaa magaalaa reefu ijaarramte Samaraa dha.

Odeeffannoo dabalataa Qoqooddama Itoophiyaa ...
Mootummaa Naannoo Affaar
Thumb
Thumb
Biyya:Itoophiyaa
Magaalaa Guddaa:Samaraa
Afaan Hojii:Affaar
Ballina:72,053 km2
Baayyina ummataa:1,602,995
Tuuta'insa ummataa:22/km²
Remove ads
Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Remove ads