Naannoo Somaalee

From Wikipedia, the free encyclopedia

Naannoo Somaalee
Remove ads

Mootummaan Naannoo Sumaalee (Afaan Sumaalee: Gobolka Soomaalida) mootummoota naannoo Itoophiyaa keessa tokko; naannoon kun fiixe baha biyyattiitti argama. Yeroo baayyee naannon Sumaalee Soomaali Galbeed ("Sumaaliyaa Dhihaa") jedhama; kunis Sumaaliyaarraa gara dhihaatti waan argamuu fi. Naannoon kun karaa dhihaa naannoo Oromiyaa, naannoo Affaarii fi Dirre Dhawaadhaan, karaa kaabaa Jibuutidhaan, karaa kaabaa, bahaa fi kibbaa Sumaaliyaadhaan, fi karaa kibba-lixaa Keeniyaadhan daangeffama.

Sumaalee
Thumb
Thumb
Biyya:Itoophiyaa
Magaalaa Guddaa:Jigjigaa
Afaan Hojii:Sumaaliffa
Ballina:279,252 km²
Baayyina ummataa:5,318,000
Tuuta'insa ummataa:19/km²
Remove ads

Wabii

SumaaleSumaale

e

Odeeffannoo dabalataa Qoqooddama Itoophiyaa ...
Remove ads
Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Remove ads